Fana: At a Speed of Life!

Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 mala kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajata darbe Birriin Tiriiliyoonni 2.3 filannoowwan kaffaltii diijitaalaan daddabarfamuu Baankiin Daldala Ityoophiyaa beeksise.

Baankichi fayyadamtoota kaardii miiliyoona 10.7, Moobaayil Baankiingi miiliyoona 8.6, Interneet baankiingi kuma 38 olii fi fayyadamtoota CBE miiliyoona 10.2 qabaachuu eerera.

Waliigala maamiltoonni miiliyoonni 30 ol filannoowwan kaffaltii Diijitaalaa fayyadamaa jiraachuu ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.