Fana: At a Speed of Life!

Barattoonni Bulti Addaa Oromiyaa 21 qabxii 600 ol galmeessan-BBO

Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Barattoonni Mana Barnootaa Bultii Addaa Oromiyaa 21 qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii 600 ol galmeessuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibse.

Biirichi akka beeksisetti, barattoonni 76 Manneen Barnootaa Bultii Addaa Oromiyaa Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhataniiru.

Haaluma kanaan barattoonni 21 qabxii 600 ol yoo galmeessan barattoonni 45 qabxii 500-599, barattoonni 9 qabxii 400 – 499 fi barataan tokko 400 gadi galmeessuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.