Fana: At a Speed of Life!

Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari’atamaa jira jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatu waliin mari’atamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksiise.

Ministeerichi dhimmicha ilaalchisee ibsa fuula miidiyaa hawaasummaa isaan laateen Barattoota Naannoo Tigraayitti argaman ilaalchisee qaama dhimmi ilaallatuu fi hoggantoota dhaabbilee garaagaraa waliin mari’atamaa jiraachuu ibseera.

Maatiin barattootaa murtoo darbu obsaan eeggachuu akka qabu gaafateera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.