Fana: At a Speed of Life!

Barreessaa fi taatoon gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa boqatan

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Barreessaa fi taatoon gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gasasaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan.

Gargaaraan proofeesaraa Tasfaayee Gassasaa kitaabotaa adda addaa kan barreessaan yoo ta’uu, Fiilmiwwanii fi Diraamaa garaagaraa keessatti taatoon hirmaataniiru.

Mana Tiyaatira Biyyaalesaatti sirni gaggeessaa kan qophaa’u ta’uu fi awwalchi isaanii Mana amantaa Kaateedraalii Qulqulluu Silaaseetti kan raawwatu akka ta’e ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.