Fana: At a Speed of Life!

Barri aangoo preezdaantichaa dheerachuun walqabatee Moqaadishootti walitti bu’insi eegale

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Barri aangoo Preezdaantii Somaaliyaa Mahaammad Abdulaahi Mahaammad/Formaajoo/ dheerachuun walqabatee Moqaadishootti walitti bu’insi eegale.
Walitti bu’insichi kan eegale humnoota nageenyaa preezdaanticha deeggaranii fi mormaan gidduuttidha.
Naannoo masaraa mootummaatti meeshaalee gurguddaa dabalatee dhukaabsi motoraan deeggarame dhaga’ameera.
walitti bu’insi Moqaadishootti eegale gara magaaloota birootti babbal’achaa jiraachuu BBCn miidiyaalee biyyatti argaman eeruun gabaaseera.
Preezdaantichi torbee darbe keessa haala mormisiisaa ta’een ganna lamaaf angoosaanii Guraandhala keessa dhumate dheeressuu beeksisanii turani.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.