Fana: At a Speed of Life!

Bidiruun “Xaanaa Nesh” Buufata Doonii Jibuutii qaqqabde

Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajilaa geejjibaa bishaanirraa biyyaa keessaaf Bidiruuwwan bitaman lama Buufata Doonii Jibuutii qaqqabuun ibsame.

Bidiruun geejjibaa deddeebisa ummataaf tajaajiluu fi “Xaanaa Nesh” jedhamtu har’a buufaticha qaqqabuun ibsameera.

Bidiruun kunis meetira 38 kan dheerattu yoo ta’u, yeroo tokkotti namoota 188 qabachuu kan dandeessu ta’uu ragaan Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksiirraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.