Fana: At a Speed of Life!

Biiniyaam Balaay fi Yooseef Taarraqanyi taphatoota Urjii ta’uun filaman

Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Biiniyaam Balaay Piriimerliigii Beetkiingii Ityoophiyaa bara 2015 taphataa urjii ta’uun filame.

Waldaan Taphattoota Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa akka beeksisetti, filmaata dursitootaa gareen taasifameen Biiniyaam addaa duree ta’uun Urjii bara dorgommichaa ta’uun filameera.

Kana malees, Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Adaamaa Yooseef Taarraqanyi taphataa dargaggeessaa Urjii bara dorgommichaa ta’uun filamuu waldichi ibsa baaseen beeksiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.