Fana: At a Speed of Life!

Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwate

Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Bittaan zayiitii nyaataa liitiriin miiliyoonni 43 raawwatamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.

Hawaasni gatii madaalawaan zayiita nyaataa akka argatuuf Dhaabbataa Golden Africa Jibuutiitti argamurraa bittaan zayiita nyaataa palmi liitirii miiliyoona 43 fi kuma 37 fi 412 raawwatamuu ragaan ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.