Fana: At a Speed of Life!

Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta’iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechudha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta’iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechudha jedhan.

Namni kamiyyuu halkan kan rafu siree guyyaa aferradha.

Aarsaa har’aa malee waan bareedee fi milkaa’e hin argamu.

Dooktar Abiy kaleessarraa ni baranna, har’a ni hojjenna, bor kan wayyu ni taasifna jedhan.

Badhaadhinni daandii kana filatee hordofuusaatiif ulfina guddaan qabaafi jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.