Fana: At a Speed of Life!

Booleetti doolaarri sobaa miiliyoonni 2 ol to’annaa jala oole

Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 Gurdi shoolaatti namni dhuunfa lammumma biyya alaa qabuu doolaara Ameerikaa sobaa miiliyoona 2 kuma dhibba 4 fi kuma 70 waliin to’annaa jala oolu Komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.

Komishiniin poolisii magaalaa Finfinnee jijjiirraa maallaqaa waliin wal qabsiisee tibba kana sakattoo taasiseen Birrii seeraan alaa biyyoota garaagaraa to’annaa jala olchuu ibseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.