Fana: At a Speed of Life!

Booranaatti loon hongeen miidhamaniif deeggarsi nyaata beelladaa taasiifame

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Siilk Laaftoo Booranaatti loon sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata beelladaa taasiisaniiru.

Jiraattoonni kunneen nyaata beelladaa Boondaa kuma 4 fi Bishaan Boottee baatii murtaa’eef tajaajilu deeggarsa taasiisaniiru jedhame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.