Fana: At a Speed of Life!

Boordichi Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan bane

Boordichi Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan bane
Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) – Boordiin filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaan Finfinneetti buufataalee filannoo 32 dabalataan banuu beeksise.
Magaalaa Finfinnee galmeen filattootaa hanga Eebla 29 dheerachuun kan yaadatamudha.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.