Fana: At a Speed of Life!

Boordichi gabatee yeroo Filannoo marsaa 6ffaa isa dhumaa ifoomse

Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa isaa dhumaa ifoomseera.

Boordicha Muddee 16, 2013 bakka hoggantoonni paartilee siyaasaa argamanitti gabatee yeroo filannoo biyyaalessaa mariif dhiyeessuun isaa kan yaadatamuudha.

Boodichi ibsa har’a laateen Caamsaan 28, 2013 guyyaa sagaleen itti laatamu ta’uu ifoomseera.

Caamsaa 29 hanga Waxabajjii 21, 2013 yeroo boordichi bu’aa filannoo walii galaa itti ifoomsu ta’uu himeera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.