Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiise

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.

Bulchiinsi magaalichaa marsaa duraan deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 51 ol taasiisuun kan yaadatamuudha.

Guyyaa har’aa ammoo nyaata loonii, Boottewwan Bishaanii, Qoricha yaala Fayyaa fi midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamamu deeggarsa taasiisu Ragaan Bulchiinsa magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.