Fana: At a Speed of Life!

Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifate

Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa Torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifateera.

Tapha har’aa injifachuu hordofee Bunni Ityoophiyaa qabxii 30 walitti qabachuun sadarkaa isaa gara 5ffaatti ol guddifateera.

Taphoota Sagantaa torbee 21ffaa Piriimaayeer Liigichaa biroon galgala kana sa’aatii 12:00 irraa eegalee Magaalaan Bahir Daar Madin Ityoophiyaan waliin falmiin taasiisan ni eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.