Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise 

Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Kibbaa Lixaa Chaayinaatti doonii nama maleessaa 5G yaalii qilleensarra bolooli’uu taasise  xumuramuu ibsameera.

Dooniin bolooli’aan kun gara fuladuraatti balaawwan wayita qaqqabaan tajaajila qunnamtii laachuun deeggarsa ariifataa qaqqabsiisuuf akka danda’u ibsameera.

Doonichi bulchiinsa Yuunaanitti lafarraa meetira 300 ol balaali’uu kan danda’eedha jedhameera.

Yeroo itti anuuttis bulchiinsichatti kirikiraa lafaa, lolaa fi balaawwan uumamaa muudatu deeggarsa qaqqabsiisuuf shooraa olaanaa qaba.

Doonichi fee’umsa kiilo giraama  200 ol baachuun fageenya kiilo meetira 100 irratti  tajaajila laachuu ni danda’a jedhameera.

Dooniin kun qilleensarra guyyoota 15 ol bolooli’uu kan danda’uu fi qilleensa olaanaa dandamachuu akka danda’uu ibsameera.

Maddi:-CGTN

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.