Fana: At a Speed of Life!

Cheelsii 2 – 2 Arsenaal

Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) – Darbiin Landan qixaan xumurame.

Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaa har’a taphatameen darbiin Landan qixaan yoo xumuramu, Maanchiisteer Siitiin Biraayitan, Liivar Puul ammoo Eevartan injifataniiru.

Darbiin Landan taphni Cheelsii fi Arsenaal si’oominaan eegamaa ture goolii 2 qixa xumurameera.

Liivar Puul Eevartan goolii 2 fi 0n, Maanchiisteer Siitiin Biraayitan Goolii 2 fi 1n injifateera.

Siitiin qabxii 21 liigicha yoo dursu, Arseenal qabxii 21 gooliin caallamee sadarkaa 2ffaa qabateera.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.