Fana: At a Speed of Life!

Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati-MM Abiy Ahima

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Cimnee yoo dhaabbanne qormaatileen carraalee guddinaati jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa toora Tiwiitaraan ergaa dabarsaniin, cimnee yoo dhaabbanne carraalee guddinaa ta’uu isaanii ibsanii, gufuuwwan qabaatanis pirojektoonni meeggaa ijaaraman argisiistuu carraaqqii keenyaati jedhaniiru.

Pirojektoonni kunneen mallattoo mul’ata Ityoophiyaa badhaate ijaaruuti jechuun ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.