Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balalii gara xaaliyaan taasisuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balalii gara magaalaa Xaaliyaan Milaan taasisuu adda kutee ture eegale.
Daandiin qilleensichaa sababa weerara vaayrasii koroonaaf balaliicha adda kutee kan ture.
Balaaliin taasifamuus of eeggannoo vaayrasii koroonaa cimsuun taasifamuunii jedhera.
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa waggoota kurnan darbe baatii Adooleessaa turee balalii isaa yeroo jalqabaf gara magaalaa Milaan kan jalqabee.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.