Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoopgphiyaa Zimbaabuwee magaalaa Bulaawwaayyootti balallii eegale

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoopgphiyaa magaalaa guddittii 2ffaa Zimbaabuwee kan taate Bulaawwaayyootti balallii eegaluu beeksiise.

Daandiin qilleensichaa magaalaa Hararee fi Viiktooriyaa Foolsiin dabalataan magaalaa Bulaawwaayyootti balallii eegaluun hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti kan cimsu ta’uu eerameera.

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Bulaawwaayyoo dabalatee iddoolee ga’umsaa isaa 63 ol guddisuu ibsameera.

Hayilayyesuus Makonniintu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.