Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensicha balallii gara Guuwanzhuutti taasisuu dabalu ibse

Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbeetti balallii gara Guuwanzhuu Chaayinaatti taasisu gara 10’tti guddisuu ibse.

Kanaan dura torbanitti balallii yeroo 7 taasisurraa gara 10’tti guddisuu ragaan Daandii Qilleensicharra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.