Fana: At a Speed of Life!

Dabra Maarqoositti sagantaan Ashaaraa Magariisaa bakka Dooktar Abiy Ahimad argamaniitti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Maarqoosittii sagantaan Ashaaraa Magariisaa bakka Dooktar Abiy Ahimad argamaniitti gaggeeffamaa jira.
Sagantaan Ashaaraa Magarisaa mata duree ‘Ityoophiyaa haa Uuwwisnu’ jedhuun sadarkaa naannootti gaggeeffamaa jira.
Saganticharrattis Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Giiftii Duree Ityoophiyaa aadde Zinnaash Taayyaachoo, Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin, preezdantii mootummaa naannoo Amaaraa obbo Aginyaaw Tashaagaar, preezdaantii naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Lidaamoo dabalatee hoggantoonni federaalaa fi naannoo olaanoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.