Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Kristiiyaal Awutoomotiiv dhukkubsattota COVID-19 deddeebisan olaaniif laate

Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) Dhaabbanni Kristiiyaal Awutoomotiiv dhukkubsattota fi shakkamtoota COVID-19 deddeebisan ambulaansootaa fi tajaajila tolaan biifa keemikaalaa fi dhiquu akka keennu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalicharratti kan argaman ministir deettaan ministira fayyaa Saahirallaa Abdullaayi, dhaabbilee fi namoonni dhunfaa hedduun waamicha biyyaa deebii laachaa jiraachuu himaniru.

Hojiin Kristiiyaal Awuutoomotiiv tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.

Daayrekatara dhaabbaticha obbo Daawit Wubshaat, nageenyumma ambulaansootaa mirkaneessuuf guyyaa guyyaan tajaajila tolaan bifaa keemikaalaa fi dhiquu akka keennu dubbataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.