Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee daldalaa seera hin kabajne 812 eeyyamni isaanii haqame

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) –Baatiwwan shanan darbanitti dhaabbileen daldalaa seeraa hin kabajne 812 eeyyamni isaanii yoo haqamu, kumni 40 fi 823 ammoo saamsamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastiruu beeksise.
Guutuu Ityoophiyaatti baatiwwan shanan darbanitti dhaabbileen daldalaa seera hin kabajne 812 eeyyamni isaanii kan haqame yoo ta’u, dhaabbilee kumni 40 fi 823 saamsamuu fi kuma 58 fi 423f ammoo of eeggannoon laatamuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.
Dhaabbilee 324 irratti himanni banamuu fi 90 ammoo hojiirraa dhorkamuu obbo Malaakuun ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.