Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisan

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Dhaabbileen projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisaniiru.
Haaluma kanaan;
Dhaabbata Qorqoorroo Fi Mismaaraa Adaamaa – Birrii miiliyoona 10
Giruuppii Laayansi – Birrii miiliyoona 5
Balaay kindee – Birrii miiliyoona10
Korporeeshiniin Injinariingii Oromiyaa – Birrii miiliyoona 5
Korporeeshiniin Konistiraakshinii Oromiyaa- Birrii miiliyoona 10
Qerchanshii Tireediingi – Birrii miiliyoona 10
Alkoolii Baalazaaf – Birrii miiliyoona 5
Horaa Tiraadiingi – Birrii miiliyoona 15
Ityoo Gabaa fi Tireediingi – Birrii miiliyoona 5
Kompileekshinii oomshisha nyaataa Cilaaloo- Birrii miiliyoona 5 galii taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.