Fana: At a Speed of Life!

Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa ni guddisna- Injinar Taakkalaa Uumaa

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al ergii albuudaa kan guddisan ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ibsan.

Injinar Taakkalaan oomishtootaa fi daldaltoota faayaalee fi albuudarratti bobba’an waliin mari’ataniiru.

Dhorkiiwwan hin barbaachisne kaasuun daldala al-ergii albuudaa kan guddisan ta’uu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Oomishtootaa fi daldaltoota faayaalee fi albuudarratti bobba’an waliin marii bu’aa qabeessa taasisuu kaasaniiru.

Dhorkiiwwan kanaan dura turan kaasuun sirni bittaa fi gurgurtaasaa gabaa qofaan akka hogganamuu taasisuuf murteessuu ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.