Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooraan muuxannoo fi beekumsaa damee teeknooloojiitiin qabuun biyya isaa akka deeggaruu waamichi dhiyaate

Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) –Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Diyaaspooraan waamichi gara biyyaa galuu taasifamee hordofee diyaaspooroonni gara biyya dhufaniis muuxannoo fi beekumsaa qabaniin damee teeknooloojiitiin qaban biyya isaa akka deeggaraniif waamichi dhiyaateera.

Ministeerichi diyaaspooraa damichaan biyyaatti deeggaruu fi filannoowwan inveestimantii dhimmoota ilaaluun danda’amuurratti Kamisa dhufuu mariin ni gaggeeffama.

Ministirr deetaan Ministeera Teeknooloojii fi Innooveeshinii Huriyaa Alii, damee dhuunfaa fi miseensa diyaaspooraa kan hirmaachisee kan cimsuu Fooramiin akka hundeeffamuu himaniiru.

Waltajjii Kamisa dhufuu gaggeeffamuurratti damiicha qaamolee biyyatti deeggaraan hundaaf waamichi taasifamuu ragaan Ministeerichaa argamee ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.