Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspooraan oomishaalee biyyaa keessaaf gabaa barbaduufi beeksisuun qooda bahaachuu akka danda’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Ityoophiyaan biyyoota lixaan dhiibbaa irra ga’uu injifattee akka baatuuf jalqabarratti yaada keessaa galuu kan qabu sirna daldalaa diinagdee utubuu diriirsuun ta’uu hayyoonni ni dubbatuu.

Oomisha biyyaa keessaa sadarkaa olaanaan gabaaf fayyadamuun diinagdee guddisuun akka danda’amuu irra deddeebiin ni kaa’a.

Dandeettin diyaaspooraa siyaasa qofaa osoo hin taanee jijjirrama hunda galeessaa fi guddina biyyattirratti shooraa olaanaa qabaachuun karoorri sirnicha diriirsuu qophaa’u akka qabu Faanaa Broodkaasting Koorporeet kan dubbisee barreessaa olaanaan Manneen Maree Daldalaa Afrikaa obbo Kibruu Gaanaa himaniiru.

Diyaaspooraan oomishaalee biyyaa keessaaf gabaa barbaduufi beeksisuun qooda bahaachuu akka danda’uus ibsameera.

Fireeyihoot Saffiitu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.