Fana: At a Speed of Life!

Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’e

Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)-Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa  hundaa’u Dohaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise.

Gamtaan waldichaa dhaabbata waldaa bakka bu’aa diyaaspooraa ta’ee akka hojjetuuf hundaa’u ibsameera.

Gamtichi waldaa kominiyuutii Ityoophiyaa dabalatee waldaalee garagaraa kan of keessaatti haammateedha jedhameera.

Waldaaleen kunneenis Dohaatti imbaasii FDRI tiin beekkamti kan qaban ta’uu ragaan Kutaaritti imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.