Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad hawaasa naannolee garagaraa shanii fi Magaalaa Dirree Dhawaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasa naannolee Somaalee, Afaar, Hararii, Gaambeellaa, Beenishaangul Gumuzii fi Magaalaa Dirree Dhawaa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis dhimmoota biyyaalessaa garaagaraa, dhimmoota misoomaa, nagaa fi tasgabbii irratti kan xiyyeeffate ta’uu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.