Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutti galaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad walga’ii Addaa Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa (IGAD) 14ffarraatti hirmaachuuf Jibuutti galuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.