Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennan

Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
Haaluma kanaan
1. Injinar Ayishaa Mahaammad Ministira Raayyaa Ittisaa,
2. Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Jallisii fi naannawaa Gammoojjii,
3. Dooktar Mahaammad Idiriis sadarkaa Ministir Deetaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa sirna Diimookiraasii ta’uun Caamsaa 13, 2016 eegalanii muudamaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.