Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii Bishaan Dhugaatii Qulqulluu Magaalaa Jigjigaa daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Piroojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu marsaa 2ffaa daawwataniiru.

Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafaa Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannoo Piroojekticha daawwataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.