Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Misooma Indaastirii irratti haasawaa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 20ffaa Dhaabbata Misoomaa Indaastirii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti haasawaa taasisaniiru.

Haasawaa isaaniin Itiyoophiyaan waggoottan shanan darban fooyyessa imaammataa, damee guddina qabeenya umamaan invastimantii taasifame, misooma Ashaaraa magariisaa fi madda humna haareffamaaf xiyyeeffannaa kennamee akkasumas hojiilee misoomaa hawaasummaan gumaacha taasifame kaasaniiru.

Kana bu’uureffachuun misoomaa indaastirii waaraa hirmachisaaf waamicha dhiyeessaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.