Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwatan

Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwataniiru.

Godina Shabalee aanaa Beer’aanootti misooma jallisii laga Shabaleen hojjetaman daawwataniiru.

Cabiinsa damee qonnaa suphuuf imalli eegalame bu’aa qabeessa ta’aa jiraachuu hojiileen naannawaa kanatti hojjetaman agarsiiftuu ta’uu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.