Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Ruwaandaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuufi Pireezidaantii Ruwaandaa, Pool Kaagaamee waliin mari’ataniiru.

Yaa’ii Saa’uud – Afrikaa gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota hariiroo waloo fi naannawaarratti mari’achuu isaanii Dooktar Abiy ibsaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Saa’uud – Afrikaarratti hirmaachuuf har’a Saa’uud Arabiyaa magaalaa Riyaad galuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.