Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Warqinaa Gabayyoon haala yeroo Sudaanirratti Ministiroota Alaa UK, Kanaadaa fi Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon haala yeroo Sudaanirratti Ministiroota Dhimma Alaa Yuunaayitiid Kiingidam, Kanaadaa fi Jarman waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Dooktar Warqinaan Ministiroota kanneen waliin dhimma haala yeroo Sudaanirratti marii bu’a qabeessa taasisuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa rakkoo Sudaan mudate furuuf tattaaffii taasiisaa jiru Mariisaaninis hojii IGAD yeroo ammaa haala sudaan Ministiroota kanneeniif ibsuu eeraniiru.

Dhimmoota deeggarsa namoomaa, saffisaan dhukaasa dhaabuu, deeggarsi akka hin danqamnee fi eegumsa lammiilee nagaaf taasiifamu qaburratti mari’achuu ehimaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.