Fana: At a Speed of Life!

Dooniin baqattoota 35 feetee imalaa turte dhidhimuu Dhaabbanni Baqattoota Idil Addunyaa beeksise

Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Dooniin baqattoota 35 feetee imalaa turte dhidhimuu Dhaabbanni Baqattoota Idil Addunyaa beeksiseera.

Dooniittin galaana Meeditraaniyaa naannoo qarqara galaana Lixa Liibiyaa keessaatti dhidhimuun ishee ibsameera.

Hanga ammattis reeffii baqattoota argame kan jiru yoo ta’u, hojiin kanneen hafan barbaduu itti fufuu ibsameera.

Torbe kana qofa baqattoonni 53 qarqara galaana Liibiyaa keessaatti lubbuu isaanii dhabaniiru akkasumas achi buuteen isaanii dhabameera jedha dhaabbatichi ibsa baaseen.

Baqattoonni ka’umsa isaanii Liibiyaarraa taasisaan imala galaanarraa irra deddeebiitin lubbuun isaanii dhabaa jiraachuu TRT gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.