Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii Daayimandi Liigii Istookoolmitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Siwiidiin Istookolmitti dorgommii Daayimandi Liigii 2023 marsaa 7ffaa gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa fageenyaa garaagaraan injifataniiru.

Dorgomicha, fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaan atileetonni Ityoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa walduraa duubaan galuun injifataniiru.

Atileet Firewayiin Haayiluu 1ffaan yoo xumurtu, Atileet Dirribee Waltajjii 2ffaan, Atileet Hiruut Mashashaa 3ffaan xumurteetti.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.