Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Beeljiyeemitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.

Atileet Madiinaa Iisaa daqiiqaa 15 fi sekondii 14 fi maayikiroo sekondii 01n 1ffaa ba’uun dorgommicha xumurteetti.

Atileet Asaayyech Ayichaw ammoo dorgommicha daqiiqaa 15 fi sekondii 14 fi maayikiroo sekondii 77n 2ffaa ba’uun xumuruu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.