Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii tarkaanfiin Misgaanaa Waaqumaa Warqee 5ffaa argamsiise

Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)-Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaan dorgommii tarkaanfii kiiloo meetira 20’n dhiiraan Misgaanaa Waaqumaa meedaaliyaa Warqee 5ffaa Itiyoophiyaaf argamsiiseera.

Dorgommicha Dubartootaan ammoo Sintaayyoo Maasiree sadarkaa 2ffaan xumuruun meedaaliyaa Meetii biyya isheef argamsiisuun ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.