Fana: At a Speed of Life!

Dr. Abiy guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi deebii ni kennuu

Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) –Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boru gaaffiilee miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummatarra kaa’anif yaadaa fi deebii ni kennuu jedhamee eegama.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walgahii addaa baru Waxabajji 1, 2012 sa’ati 3:00 irraa eegalee galma walgahii Waajjira muummee ministiraatti ni gaggeessa.

Muummee Ministiraa Dooktar Abiyis walgahiicharratti argamuun gaaffiilee fi yaada miseensoota mana maricharraa ka’aniif deebii fi ibsa akka keennaan ragaan mana maricharraa argannee ni mul’isa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.