Fana: At a Speed of Life!

Waajjira Muummee MinistiraaDubartoota kutaalee magaalaa 11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoode

Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa Dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee11 irra walitti babba’an 200f maaddii qoodeera.

Dubartoonni kunneen hojiilee qonnaa Mooraa Waajjiraa keessatti argamu daawwataniiru.

 

Hojiilee misooma kuduraa fi Muduraa kalaqaan deeggarsameen oddoo keenyaatti oomishuun akka danda’amu kan agarsiisu ta’uu ibsameera.
Qaamni hundi fedhii fi kaka’umsa mataa isaan nyaataa oddoo isaa keessatti haala salphaan oomishuu akka danda’u kan jajjabeessu ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.