Fana: At a Speed of Life!

Duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa godina Arsii magaalaa Saagureetti gaggeefame

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Duulli nu filadhaa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa godina Arsii magaalaa Saagureetti gaggeefameera.
Saganticharratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan argamaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa waan waadaa gale paartii raawwatuudha jedhan obbo Shimallis.

Godinni Arsii gidduugala misoomaa ta’uu eeruun qonna godinichaa ammayyeeuun ummata biyyattiif oomisha dhiyeessuun ni danda’ama jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.