Fana: At a Speed of Life!

Eegdonni Kabajaa leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifaman

Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Eegdonni Kabajaa Humna Qilleensaatti Kutaa Waraanaa Imaammata Qilleensaatti leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifamaniiru.

Itaamaajoorii Humna Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa fi qondaaltoonni waraanaa olaanoon sirna eebbichaarratti argamuu dubbataniiru.

Miseensonni kunneen eebbifamuun hanqina humna eegdootaa ture kan furu ta’uu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Humna Qilleensaatti Ajajeen Kutaa Waraanaa Imaammata Qilleensaa Koloneel Wanduu Waldeen leenjitoonni leenjii waraanaa fi namuusaa barbaachisu fudhachuu ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.