Fana: At a Speed of Life!

Faawundeeshiniin “Faana Aagaa” hundeeffame

Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Abbaa Gadaa duraanii Gujii Dooktara Kabajaa Yuuba Aagaa Xeenxanoo “Faana Aagaa” hundeeffame.

Faawundeeshinichi Moggaasa “Faana Aagaa” jedhuun bakka Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo, hayyoonni, abbootiin amantaalee fi keessummoonni biroon argamanitti hundeeffameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.