Fana: At a Speed of Life!

Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf beekamtii kenne

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) – Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf beekamtii kenne.

Faawundeeshiniin Rootarii Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Paawul Haaris Feelewu (Paul Harris Fellow) jedhee moggaasuun beekamtii kenneera.

Dooktar Liyaa Taaddasaa Miseensa Kilaba Rootarii Lixa Finfinnee ta’uusaanii ragaan Ministeera Fayyaa irraa argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.