Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha shaampiyoonaa Atileetiksii Rigaan Atleet Hagos Gabrahiyiwat injifate

Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Laatiiviyaa Rigaatti meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atileet Hagos Gabrahiyiwat 1ffaan yoo xumuru Yoomiif Qajeelchaan 2ffaan xumureera.

Atileetiin Keeniyaa sadarkaa 3ffaan xumureera.

Atileet Hagos Gabrahiyiwat fageenyicha daqiiqaa 12 fi sekondii 59 yoo xumuru, Atileet Yoomiif Qajeelchaan daqiiqaa 13 sekondii 2 xumuruun meedaaliyaa Warqee fi Meetii Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

Itiyoophiyaan hanga ammaatti meedaaliyaa 3 argatteert.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.