Fana: At a Speed of Life!

Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame.

Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee qondaaltonni Mootummaa, dippiloomaatonni, diyaaspooraan hirmaataniiru.

Dorgommichi Dhiirotaa fi Dubartootaan kan gaggeeffame yoo ta’u, Dhiirotaan Biiniyaam Mahaariin yoo injifatu, Dubartootaan Malkinaat Wudduun 1ffaan xumurteetti.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.