Fana: At a Speed of Life!

Filannoon bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Filannoon biyyoolessaa Ityoophiyaa bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.

Ministeerri Nageenyaa, ‘Jastiis Foor Ool PF’ Ityoophiyaa waliin nageenyaa fi mirgoota demokraasiirratti waliin hojjechuuf waliigalaniiru.

Waliigalteen irra ga’ame humna caasaalee nageenyaa fi qaamolee haqaa cimsuuf oola jedhameera.

Ministir deettaan Ministeera Nageenyaa aadde Fire’aalam Shibaabbaaw tumsichi barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Preezdaantiin ‘Jastiis Foor Ool PF’ Ityoophiyaa Paastar Daani’eel G/sillaaseen hojichaaf Birrii miiliyoonni 27 ramadamuu ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.